Ispeen dorgommii waancaa kubbaa miilaa addunyaa bara 2026 injifatte.
Ispeen Arjantiinaa 1 fi 0 n injifachuun waancaa bara 2026 fudhatteeti jirti.
Goolii Feeraan Toorees galcheen Ispeen Arjantiinaa moote.
Gareen kubbaa miilaa Ispeen waggoota 16 booda yeroo lammaffaaf dorgommii waancaa kubbaa miilaa addunyaa injifate.
Gareen kubbaa miilaa Arjantiinaa tapahataa urjii Liyooneel Meesii hirirsee turuus mohameeti jira.
Tags
ISPOORTII