Waxabajjii 11 bara 2018 Akka bar-lakkooytuu Itoophiyaatti.
Naannoo Oromiyaatti qormaanni biyyooleessaa kutaa 8ffaa kennamuu jalqabe.
Qormaata biyyooleessaa kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaatti har’a kennamuu eegale kana barattoota kuma 400 fi kuma 30 caalantu fudhachaa jira.
Qormaanni kun guyyoota lamaaf walfaana kennama.
Odeeffannon kan tajaajila oduu Itoophiyaati.
Tags
ODUU