Waxabajjii 11 bara 2018 Akka bar-lakkooytuu Itoophiyaatti.
Qabxii fi sagantaa dorgommii waancaa kubbaa miilaa addunyaa 2026 kan kaleessaa, har'aa fi borii:
Walmorkiiwwan kaleessaa kan Waxabajjii 10 bara 2018 tiin qabxii galmaa’e:
Ramaddii J
10 WAX, 02:00 GMT +1
Arjentiinaa 3 - 0 Aljeeriyaa
(Istaadiyeemii Kansaas Siitii)
10 WAX, 05:00 GMT +1
Ostiriyaa 3 - 1 Joordaan

Ramaddii L
10 WAX, 21:00 GMT +1
Ingilaand 4 - 2 Kirooshiyaa
(Istaadiyeemii Dalaas)
Ramaddii K
10 WAX, 18:00 GMT +1
Poorchugaal 1 - 1 DR Koongoo
(Istaadiyeemii Hawusiin)

Sagantaa har’aatiin Waxabajjii 11 bara 2018
Ramaddii A
11 WAX, 17:00 GMT +1
Cheek Rippablik - Afrikaa Kibbaa
(Istaadiyeemii Atilaantaa)
Ramaddii B
11 WAX, 20:00 GMT +1
Siwiizerlaand - Bosiiniyaa-Herzegoviinaa
(Istaadiyeemii Loos Anjeles)
11 WAX, 23:00 GMT +1
Kanaadaa - Qaataar
(BC Pilees Vaankovar)
Ramaddii K
11 WAX, 03:00 GMT +1
Uzbeekistaan 1 - 3 Kolombiyaa
(Istaadiyeemii Meksiikoo Siitii)
(Istaadiyeemii Maayaamii)
Ramaddii L
11 WAX, 00:00 GMT +1
Gaanaa 1 - 0 Panaamaa
(Istaadiyeemii Toroontoo)

Sagantaa boruutiin Waxabajjii 12 bara 2018:
12 WAX, 02:00 GMT +1
Meksiikoo - Kooriyaa Kibbaa
(Istaadoo Guwaadalajaaraa)
Ramaddii C
12 WAX, 23:00 GMT +1
Iskootilaand - Morookoo
(Istaadiyeemii Bostan)
Ramaddii D
12 WAX, 20:00 GMT +1
Yunaayitid Isteetis - Austraaliyaa
Lakkoofsii guyyaa akka bara Itoophiyaatti.
Sa'aatiiwwan hundi akka lakkoofsa GMT + 1tti.