IDIL ADDUNYAA: Preezidaantoonni Ameerikaa fi Iraan waliigaltee lola dhaabu mallatteessan.

Waxabajjii 11 bara 2018 Akka bar-lakkooytuu Itoophiyaatti.

Preezidaantoonni Ameerikaa fi Iraan waliigaltee lola dhaabu mallatteessan.

Waliigalteen Preezidaantiin Ameerikaa Donaald Tiraampi fi prezidaantiin Iraan Mas’uud Pezeshkiyaan mallatteessan kun,amma irraa jalqabee waraana biyyoota lameen jidduutti gaggeeffamaa ture kan dhaabsisu tahuu BBC tu gabaase.

 ትራምፕ በመግባቢያ ሰነዱ ላይ ፊርማቸውን ሲያኖሩ

Waliigalteen biyyoota lameen jiduutti mallatteeffame kun xurreen galaana Hormuuz akka banamu,karoora Iraan deebisanii ijaaruu dolaara Biliyoona 300 fi qoqqoobbiiwwan Ameerikaan Iraan irra keessee turte hunda kaasuu kan hammatuu dha.

 የኢራኑ ፕሬዚዳንት ማሱድ ፔዜሽኪያን የተፈረመበትን የመግባቢያ ሰነድ ይዘው

Dhimma sagantaa Nikulaara Iraan ilaalchisee ammoo guyyoota 60 keessatti mariin ni taasifama jedhameeti eeggama.

Post a Comment

Previous Post Next Post