Waxabajjii 12 bara 2018 Akka bar-lakkooytuu Itoophiyaatti.
Qabxii fi sagantaa itti aanu kan waancaa kubbaa miilaa addunyaa 2026:
Qabxii kaleessaa kan Waxabajjii 11 bara 2018.
Ramaddii A
11 WAX, 17:00 GMT +1
Cheek Rippablik 1 - 1 Afrikaa Kibbaa
(Istaadiyeemii Atilaantaa)
Ramaddii B
11 WAX, 20:00 GMT +1
Siwiizerlaand 4 - 1 Bosiiniyaa-Herzegoviinaa
(Istaadiyeemii Loos Anjeles)

11 WAX, 23:00 GMT +1
Kanaadaa 6 - 0 Qaataar
(BC Pilees Vaankovar)
Ramaddii K
11 WAX, 03:00 GMT +1
Uzbeekistaan 1 - 3 Kolombiyaa
(Istaadiyeemii Meksiikoo Siitii)
Sagantaa guyyaa har’aatiin:
Ramaddii A
12 WAX, 02:00 GMT +1
Meksiikoo 1 - 0 Kooriyaa Kibbaa
(Istaadoo Guwaadalajaaraa)
Ramaddii C
12 WAX, 23:00 GMT +1
Iskootilaand - Morookoo
(Istaadiyeemii Bostan)
Ramaddii D
12 WAX, 20:00 GMT +1
Yunaayitid Isteetis - Austiraaliyaa
(Istaadiyeemii Siyaatil)
Sagantaa guyyaa boruutiin:
Ramaddii C
13 WAX, 02:00 GMT +1
Biraazil - Hayitii
(Istaadiyeemii Filaadelfiyaa)
Ramaddii D
13 WAX, 05:00 GMT +1
Tarkii - Paraaguwaay
(Istaadiyeemii Firaansiiskoo Bey Eeriyaa)

Ramaddii E
13 WAX, 21:00 GMT +1
Jarmanii - Ayivorii Kost
(Istaadiyeemii Toroontoo)
Ramaddii F
13 WAX, 18:00 GMT +1
Neezerlaandis - Siwiidin
(Istaadiyeemii Hawusiin)
Lakkoofsii guyyaa akka bar- lakkooytuu Itoophiyaatti.
Sa'aatiiwwan hundi akka lakkoofsa GMT + 1tti.