Waxabajjii 13 bara 2018 Akka bar-lakkooytuu Itoophiyaatti.
Qabxii fi sagantaa waancaa kubbaa miilaa addunyaa 2026:
Qabxii walmorkiwwan kaleessaa kan Waxabajjii 12 bara 2018:
Ramaddii A
12 WAX, 02:00 GMT +1
Meksiikoo 1 - 0 Kooriyaa Kibbaa
(Istaadoo Guwaadalajaaraa)

Ramaddii C
12 WAX, 23:00 GMT +1
Iskootilaand 0 - 1 Morookoo
(Istaadiyeemii Bostan)
Ramaddii D
12 WAX, 20:00 GMT +1
Yunaayitid Isteetis 2 - 0 Austiraaliyaa
(Istaadiyeemii Siyaatil)
Walmorkiiwwan har’a Waxabajjii 13 bara 2018
Ramaddii C
13 WAX, 02:00 GMT +1
Biraazil 3 - 0 Hayitii
(Istaadiyeemii Filaadelfiyaa)

13 WAX, 05:00 GMT +1
Tarkii 0 - 1 Paraaguwaay
(Istaadiyeemii Firaansiiskoo Bey Eeriyaa)
Ramaddii E
13 WAX, 21:00 GMT +1
Jarmanii - Ayivorii Kost
(Istaadiyeemii Toroontoo)

Ramaddii F
13 WAX, 18:00 GMT +1
Neezerlaandis - Siwiidin
(Istaadiyeemii Hawusiin)
Sagantaa boruu kan Waxabajjii 14 bara 2018:
14 WAX, 01:00 GMT +1
Ikuwaadoor - Kurakaawoo
(Istaadiyeemii Kansaas Siitii)
Ramaddii F
14 WAX, 05:00 GMT +1
Tuniiziyaa - Jappaan
(Istaadoo Monteerii)

Ramaddii G
14 WAX, 20:00 GMT +1
Beljiyeem - Iraan
(Istaadiyeemii Loos Anjeles)
![]()
Ramaddii H
14 WAX, 17:00 GMT +1
Ispeen - Sa'ud Arabiyaa
(Istaadiyeemii Atilaantaa)
14 WAX, 23:00 GMT +1
Yuraaguwaay - Keep Veerdee
(Istaadiyeemii Maayaamii)