ISPOORTII: Qabxii fi sagantaa waancaa Addunyaa 2026 kan kaleessaa fi har'aa.

Waxabajjii 10 bara 2018 Akka bar-lakkooytuu Itoophiyaatti.

Qabxii fi sagantaa waancaa Addunyaa 2026 kan kaleessaa fi har'aa.

Qabxii dorgommii waancaa addunyaa 2026 kan kaleessaa fi har’aa:

Ramaddii G

16 WAX, 02:00 GMT +1

Iraan 2 - 2 Niiwu Ziilaand

(Istaadiyeemii Loos Anjeles)

Ramaddii I

16 WAX, 20:00 GMT +1

Faransaay 3  - 1 Senegaal

(Istaadiyeemii Niiwu Yoork Niiwu Jersii)

 FIFA World Cup 2026 results: 16 June scores, match reports and highlights |  SBS News

16 WAX, 23:00 GMT +1

Iraaq 1 - 4 Noorway

(Istaadiyeemii Bostan)

Ramaddii J

17 WAX, 02:00 GMT +1

Arjentiinaa 3 - 0 Aljeeriyaa 

(Istaadiyeemii Kansaas Siitii)

17 WAX, 05:00 GMT +1

Ostiriyaa 3  - 1 Jordaan

(Istaadiyeemii Firaansiiskoo Bey Eeriyaa)

How to watch today's FIFA World Cup 2026 matches: Wednesday, June 17 | FOX  32 Chicago 

Sagantaa guyyaa har’aa kan itti aanu:

Ramaddii K

17 WAX, 18:00 GMT +1

Poorchugaal - DR Koongoo

(Istaadiyeemii Hawusiin)

Ramaddii L

17 WAX, 21:00 GMT +1

Ingilaand - Kirooshiyaa

(Istaadiyeemii Dalaas) 

 World Cup schedule today June 17: Here's what and where to watch | The  Seattle Times

Sagantaa guyyaa boruutiin:

Ramaddii K

18 WAX, 03:00 GMT +1

Uzbeekistaan - Kolombiyaa

(Istaadiyeemii Meksiikoo Siitii)

Ramaddii L

18 WAX, 00:00 GMT +1

Gaanaa - Panaamaa

(Istaadiyeemii Toroontoo)

Post a Comment

Previous Post Next Post