ISPOORTII: Dorgommiin kubbaa miilaa waancaa addunyaa kan bara 2026 biyyoota sadii keessatti gaggeeffamuuf qophiin taasifamee jira.

Caamsaa 26 bara 2018 Akka Bar-lakkooytuu Itoophiyaatti.

Dorgommiin kubbaa miilaa waancaa addunyaa kan bara 2026 biyyoota sadii keessatti gaggeeffamuuf qophiin taasifamee jira.

Dorgommii idil addunyaa kana Ameerikaa,Meeksikoo fi Kaanaadaatu keessummeessa.

Dorgommii akka bar-lakkooytuu Itoophiyaatti Waxabajjii 4 irraa jalqabee hanga Adooleessa 12 bara 2018 tti gaggeeffamu kana irratti gareewwan biyyooleessaa 48 wal morkii ni taasisu.

Dorgommicha keessummeessuuf biyyoota sadeen eeramaniitti dirreeleen kubbaa miilaa 16 magaaloota 16 keessatti ijaaramanii jiru.

Magaaloonni 16n eenyuu faadha? Odeeffannoo Aljaziiraa irraa arganne armaan gadiitti dhiheessinee jira.

1.Istaadiyeemii Atlaantaa

Bakki: Atlaantaa, Joorjiyaa, Ameerikaa

Dandeettii: Daawwattoota 75,000

Ijaarame: Bara 2017 A.L.A

 Mercedes-Benz stadium in Atlanta.

2. Istaadiyeemii Booston

Bakki: Fooksbooroo, Masaachusets, US

Dandeettii: Daawwattoota 65,000

Kan ijaarame: Bara 2002 A.L.A

A general view of Gillette Stadium during the first half of an NFL football game between the New England Patriots and the Carolina Panthers, Sunday, Sept. 28, 2025, in Foxborough, Mass. (AP Photo/Greg M. Cooper) 

3. Istaadiyeemii Daalaas

Bakki: Arlington, Teksaas, US

Dandeettii: Daawwattoota 94,000

Kan ijaarame: Bara 2009 A.L.A

AT&T Stadium. 

4. Istaadiyeemii Hiyustaan

Bakki: Hiyustaan, Teksaas, Ameerikaa

Dandeettii: Daawwattoota 72,000

Kan ijaarame: Bara 2002 A.L.A

 An aerial view of the NRG Stadium, one of the stadiums that will host 2026 FIFA World Cup matches, in Houston, Dec. 28, 2025. The Astrodome is pictured on right. (AP Photo/Jon Shapley)

5. Istaadiyeemii Kaansas Siitii

Bakki: Kaansas Siitii, Mizuurii, US

Dandeettii: Daawwattoota 73,000

Kan ijaarame: Bara 1972 A.L.A

 FILE - A general overall interior view of GEHA Field at Arrowhead Stadium during the first half of an NFL football game between the Kansas City Chiefs and the Detroit Lions, Thursday, Sept. 7, 2023 in Kansas City, Mo. (AP Photo/Reed Hoffmann, File)

6. Istaadiyeemii Los Angeles

Bakki: Inglewood, Kaalifoorniyaa, US

Dandeettii: Daawwattoota 70,000

Kan ijaarame: Bara 2020 A.L.A

 Stadium Los Angeles Inglewood.

7. Istaadiyeemii Maayamii

Bakki: Maayamii Gaardins, Filooriidaa, US

Dandeettii: Daawwattoota 65,000

Kan ijaarame: Bara 1987 A.L.A

 A general view of the stadium prior to the FIFA Club World Cup 2025 round of 16 match between Real Madrid CF and Juventus FC

8. Istaadiyeemii Niiw Yoork/Niwu Jeersii

Bakki: Baha Raazarford, Niiw Jeersii, Yunaayitid Isteetis

Dandeettii: Daawwattoota 82,500

Kan ijaarame: Bara 2010 A.L.A

 stadium

9. Istaadiyeemii Filadelfiyaa

Bakki: Filadelfiyaa, Pensilvaaniyaa, Ameerikaa

Dandeettii: Daawwattoota 69,000

Kan ijaarame: Bara 2003 A.L.A

 FIFA Club World Cup - Group H - RB Salzburg v Real Madrid - Lincoln Financial Field, Philadelphia, Pennsylvania, U.S. - June 26, 2025 General view inside the stadium before the match

10. Istaadiyeemii Naannoo Saan Firaansiiskoo Beey

Bakki: Saantaa Kilaaraa, Kaalifoorniyaa, Ameerikaa

Dandeettii: Daawwattoota 71,000

Kan ijaarame: Bara 2014 A.L.A

 Fireworks ignite atop Levi's Stadium after the Seattle Seahawks defeat the New England Patriots in the NFL Super Bowl 60 football game, Sunday, Feb. 8, 2026, in Santa Clara, Calif. (AP Photo/Frank Franklin II)

11. Istaadiyeemii Siyaatil

Bakki: Siyaatil, Waashingitan, US

Dandeettii: Daawwattoota 69,000

Kan ijaarame: Bara 2002 A.L.A

 Lumen Field.

12. Istaadiyeemii Toroontoo

Bakki: Toroontoo, Ontaariyoo, Kaanaadaa

Dandeettii: Daawwattoota 45,000

Kan ijaarame: Bara 2007 A.L.A

TORONTO, ON - MARCH 28: A general view during the International Friendly between Canada and Iceland at BMO Field on March 28, 2026 in Toronto, Ontario, Canada. Vaughn Ridley/Getty Images/AFP (Photo by Vaughn Ridley / GETTY IMAGES NORTH AMERICA / Getty Images via AFP) 

13. BC Bakka Vaankoovar

Bakki: Vaankoovar, Biritish Koolumbiyaa, Kaanaadaa

Dandeettii: Daawwattoota 54,000

Kan ijaarame: Bara 1983 A.L.A

 FILE - U.S. players run drills during a practice for the Women's World Cup soccer final under the open roof of BC Place in Vancouver, British Columbia, Canada, Saturday, July 4, 2015. There are 23 venues bidding to host soccer matches at the 2026 World Cup in the United States, Mexico and Canada.(AP Photo/Elaine Thompson)

14. Istaadiyeemii Magaalaa Meeksikoo

Bakki: Magaalaa Meeksikoo, Meeksikoo

Dandeettii: Daawwattoota 83,000

Kan ijaarame: Bara 1966 A.L.A

Mexico City Stadium. 

15. Istaadiyoo Guwaadalaajaaraa

Bakki: Zapopan, Jalisco, Mexico

Dandeettii: Daawwattoota 48,000

Kan ijaarame: Bara 2010 A.L.A

FILE PHOTO: Soccer Football - Akron Stadium in Guadalajara is one of Mexico's three venues for the 2026 World Cup - Guadalajara, Mexico - August 14, 2025 General aerial view of Akron Stadium will host four matches of the FIFA World Cup 2026 including Mexico's second group stage match. It was inaugurated in 2010 and has a capacity of 50,000 spectators. It has hosted Pan American Games events and a Copa Libertadores final. REUTERS/Daniel Becerril/File Photo

16. Istaadiyoo Monterey

Bakki: Guwaadaaluup, Nuevo Leon, Meksikoo

Dandeettii: Daawwattoota 53,500

Kan ijaarame: Bara 2015 A.L.A

 Unusual stadiums

Post a Comment

Previous Post Next Post