Waxabajjii 6 bara 2018 Akka Bar-lakkooytuu Itoophiyaatti.
Qabxii fi sagantaa dorgommii waancaa addunyaa 2026:
Ramadii B:
Kaanaadaa fi Boosniyaa Herzoogoviniyaan kaleessa galgala walmorkii dirree kubbaa miilaa Torontootti taasisaniin 1 fi 1 tti wal qixa adda bahanii jiru.

Picture Source:China Daily
Dorgommiin waancaa kubbaa miilaa addunyaa har’aas itti fufeeti oola.
Wal morkii har’a gaggeeffamuun Ramaddii B irraa Kuwaataar Swizarlaand wajjiin wal falmiti.
Wal morkiin Kuwaataari fi Swizarlaand taasisan har’a sa’aatii 22:00 GMT +1 tti dirree kubbaa miilaa Saan Firaansiskoo Beey Eryaa irratti eegala.

Ramaddii C:
Braaziil Morokoon wajji dirree kubbaa miilaa Niw Jeersiitti hlakan sa’aatii 23:00 GMT +1 tti wal morkii ni taasisu.

Picture Source:RD9Sports.
Ramddii D:
Ameerikaa fi Paaraaguwaay ammoo wal morkii har’a sa’aatii 2:00 GMT +1 tti gaggeessaniin Ameerikaan 4 fi 1 tti injifattee jirti.