ISPOORTII: Qabxii dorgommii waancaa kubbaa miilaa addunyaa 2026 kan Waxabajjii 7 bara 2018:

Waxabajjii 8 bara 2018 Akka bar-lakkooytuu Itoophiyaatti.

Qabxii dorgommii waancaa kubbaa miilaa addunyaa 2026 kan Waxabajjii 7 bara 2018: 

Waxabajjii 7 bara 2018, sa'aatii 02:00 GMT+1 irratti walmorkii gaggeeffameen:

Heeyitii 0 - 1 Iskootilaandi

(Istaadiyeemii Booston)

Waxabajjii 7 bara 2018, sa'aatii 05:00 GMT+1 irratti walmorkii gaggeeffameen:

Awustiraaliyaa 2 - 0 Turkii

(BC Place Vaankoovar)

Waxabajjii 7 bara 2018, sa'aatii 18:00 GMT+1 irratti walmorkii gaggeeffameen:

Jarmanii 7 - 1 Kuraakaawoo

(Istaadiyeemii Hiyuston)

Germany thrash Curacao 7-1 in World Cup group match 

Waxabajjii 7 bara 2018, sa'aatii 21:00 GMT+1  irratti walmorkii gaggeeffameen:

Nezerlaand 2 - 2 Jaappaan

(Istaadiyeemii Daallas)

 World Cup 2026: Japan deny Netherlands with last-gasp equaliser - France 24

Qabxii dorgommii waancaa kubbaa miilaa addunyaa 2026 kan Waxabajjii 8 bara 2018:

Waxabajjii 8 bara 2018, sa'aatii 00:00 GMT+1 irratti walmorkii gaggeeffameen:

Ayivoorii Koost 1 - 0 Ekuwaadoor

(Istaadiyeemii Filadelfiyaa)

Waxabajjii 8 bara 2018, sa'aatii 03:00 GMT+1 irratti walmorkii gaggeeffameen:

Siwiidin 5 - 1 Tuuniziyaa

(Istaadiyeemii Monterey)

 FIFA World Cup 2026 (all news) - Bet Brothers IE

Walmoorkiwwan itti aananii gaggeeffamuuf deeman:

Waxabajjii 8 bara 2018, sa'aatii 20:00 GMT+1  irratti

Beeljiyeem - Gibxii waliin

Istaadiyeemii Siyaatilitti walmorkatu. 

Waxabajjii 8 bara 2018, sa'aatii 17:00 GMT+1 irratti

Ispeen - Keep Verde waliin

Istaadiyeemii Atlaantaatti walmorkatu.

Waxabajjii 8 bara 2018, sa'aatii 23:00 GMT+1 irratti

Sa'uudii Arabiyaa - Uraagaay waliin

Istaadiyeemii Maayamiitti walmorkatu.

Post a Comment

Previous Post Next Post