Waxabajjii 6 bara 2018 akka bar-lakkooytuu Itoophiyaatti.
Ameerikaa fi Iraan sa’aatii 24 keessatti waliigaltee sadarkaa jalqabaa ni mallatteessan jechuun Paakistaan beeksifte.
Mummichi ministraa Paakistaan Shaahbaaz Shariif har’a akka beeksisaniitti biyyoonni lameen waraana ji’oota sadihiif ture dhaabuuf waliigaltee mallatteessuu bira gahanii jiru.

Ibsa suuraa:Mummichi ministraa Paakistaan Shaahbaaz Shariif
Ameerikaa fi Iraan Sa’aatii 24 keessatti waliigaltee nageenyaa kan sadarkaa jalqabaa ni mallatteessu jedhamee akka eeggamaa jiru Mummichi ministraa Paakistaan Shaahbaaz Shariif ibsanii jiran.
Gabaasni kan ‘BBC’ fi Aljaziiraati.
Tags
IDIL ADDUNYAA