ISPOORTII: Arsenaal Waancaa of harkaan gayate.

Arsenaal Waancaa of harkaan gayate.

Waggoota 22 booda Shaampiyoonaa Primiyar Liigii Ingliiz kan tahe kilabiin kubbaa miilaa Arsenaal Waancaa of harkaan gayateeti jira.

 Martin Odegaard celebrates after the final whistle

                                   Picture Source:Mirror.

Arsenaal waggoota sadeen dabraniif sadarkaa 2ffaa qabateeti Primiyar Liigii Ingiliiz xumuuraa ture.

 Martin Odegaard is presented with the Emirates Cup trophy

                            Picture Source:Arsenal.com

Barana ammoo,Arsenaal wal morkiin tokko isaaf hafee osoo jiruu Shaampiyoonii tahuu isaa mirkaneeffatee jira.

Post a Comment

Previous Post Next Post